Oromtittii Toltuu Tufaa
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Dhugaadha.
Duraraan dursee isin haa ga’u nagaan koo kan jaalalaa fi bilisummaa. Itti aansuun Yeroo ammaa kana opdo’n ganda keessa naana’uun q/bulaa hojii dhorkuun teechistee qoracha jirti! Kunis: 1.xaa’oo fudhachuun dirqama ta’uu. 2. Garee fi tokko shaneen ijaaramuun wal sakatta’uun ykn wal tiksuum dirqama ta’uu. 3. Waltajii ba’uun dirqama ta’uu 4. Haala filanno bara dhufuuf haala mijeessaa jirti. Kana irratti sabboöntota oromoota hojettota mootumaa ta’an hojira ari’uuf adda baasaa dorsisa jirti. Oromoöni birmachuu qaba. Godina adda oromiyaa naannoo finfinne ona sululta.