Dhalooti Kaayyoo Qabu Seenaa,Aadaa fi Afaan Saba Isaa Dagaagasuu Irraa Duubatti Hin Deebi’u.

Oromtittii  Toltuu Tufaa

2 thoughts on “Dhalooti Kaayyoo Qabu Seenaa,Aadaa fi Afaan Saba Isaa Dagaagasuu Irraa Duubatti Hin Deebi’u.

  1. Duraraan dursee isin haa ga’u nagaan koo kan jaalalaa fi bilisummaa. Itti aansuun Yeroo ammaa kana opdo’n ganda keessa naana’uun q/bulaa hojii dhorkuun teechistee qoracha jirti! Kunis: 1.xaa’oo fudhachuun dirqama ta’uu. 2. Garee fi tokko shaneen ijaaramuun wal sakatta’uun ykn wal tiksuum dirqama ta’uu. 3. Waltajii ba’uun dirqama ta’uu 4. Haala filanno bara dhufuuf haala mijeessaa jirti. Kana irratti sabboöntota oromoota hojettota mootumaa ta’an hojira ari’uuf adda baasaa dorsisa jirti. Oromoöni birmachuu qaba. Godina adda oromiyaa naannoo finfinne ona sululta.

Leave a comment