Kabajamtoota Lammii Oromoo Maraaf
Guddina Afaan Oromoo ilaalchisee Oromiyaa keessatti wanti hojjetamaa jiru gaariidha. Kana jechuun ammoo waan nurraa eegamu mara hojjenne jechuu miti. Hojmannee guddaatu isa baraterraa eegamaa jira. Guddina biyyattii kanaaf gumaachi keenya murteessaadha. Dhaloota ol adeemaa ka’aa jiran kana gorsuuf jajjabeessuun ammoo isa guddaadha. Haaluma kanaan dhaamsa guddaa Xalayaan kun baattu dubbisaati…isinillee ergaa kana nama beektan kamiifuu dabarsaa jechuuf iyyaa iyya dabarsaa isiniin jedhuu barbaade…
Ulfaadhaa, horaa bulaa
Beekan Gulummaa Irranaati
Yunivarsiitii Finfinneerraa barataadha!
aaboo amma maal irra jirta ree ati beekan?