Waggaa 25ffaa SBO Kabajachuuf Jettu Sababaa Jedhuun Barattooti Oromoo 5 Hidhaman.

Waxabajjii 18,2013 Sabbataa

Sagaleen Bilsiummaa Oromoo(SBO)n wagga 25ffaa isaa kabajachaa kan jiru Oromomiyaa keessattis barattooti Oromoo bakkoota adda addaatti haala miidhagaan kabajachaa akka jiran beekamaa dha. Haaluma kanaan barattoota Oromoo Kolleejjii Barsiisota Sabbataa keessaa kanneen baratan ergama ABO qabdu guyyaa SBO wagga 25ffaa kabajuuf jettu sababaa jedhuun seeraan ala tika Wayyaaneen qabamanii mana dhihaa Waajjira Poolisa Aanaa Sabbataa ganda 01 keessatti hidhamanii akka jiran gabaasi Qeerroo kolleejjii Barsiisota Sabbataa irraa addeessa.

Barattooi kunis :-

1.Dinqaa Mangistuu-Keemistirii 2ffaa bakki dhalootaa Qellem Aana Anfillooti.

2.Seefuu Taammiruu-Keemistirii 2ffaa-Bakki dhalootaa Wallagga Lixaa Aanaa Sayyoo

3.Obsaa Sabbooqaa-Civics 4ffaa,Bakki dhalootaa-Wallagga Lixaa Najjoo

4.Warqinaa Tolasaa-Civics 4ffaa,Bakki dhalootaa Shawaa Kibba Lixaa,Aanaa Dawoo

5.Saamu’el Alamuu-Hojjetaa Mootummaa kollejichaa.

Barattootni kun mana barumsaa fi bakka jireenya isaanii irraa qabamuun hidhaman.

 

2 thoughts on “Waggaa 25ffaa SBO Kabajachuuf Jettu Sababaa Jedhuun Barattooti Oromoo 5 Hidhaman.

  1. Pingback: Waggaa 25ffaa SBO Kabajachuuf Jettu Sababaa Jedhuun Barattooti Oromoo 5 Hidhaman | JUSTICE AND LIBERTY FOR OROMO PEOPLE

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s