Waxabajjii 09,2013 Gullisoo
Godina Wallagga lixaa aanaa Gullisoo magaala Diillaa keessatti basaastotni mootummaa Wayyaanee yeroo dheeraa ilmaan Oromoo mana hidhaatti guursisaa turan saaxilaman.Mootummaa wayyaaneef harka mirgaa tahuun hojjechaa kan turan basaastotni kunneen yeroo ammaa yeroo mootummaan wayyaanee keessi isaa bututee dhumataa jirutti cinaa dhaabbachuun isaanii salphina isaanii kan agarsiisu tahuu sabboontotni aanaa kanaa ibsanii jiran.Basaastotni Wayyaanee
1. Obbo Isheetuu Damissee
2. Obbo Darajjee Tashoomee
3. Obbo Malkaamuu Suufii
4. Obbo Habtee Nugusee
5. Qees Geetaachoo Haayilee
6. Qees Hiiradawu Kaasahuun
Jedhaman mootummaa wayyaaneef harka mirgaa tahuun hojjechaa kan turan tahuun ifa bahee jira.Mootummaan wayyaanee jala deemtota ishii kanaaf kunuunsa addaa kan qabdu tahus jala deemtotni kunneen hojii farrummaa QBO dura dhaabbachuu irraa hin dhaabbatan taanaan tarkaanfiin gatii isaanii madaalu akka isaan eeggatu sabboontotni naannoo kanaa dhaamsa dabarsuun gocha farrummaa kana irraa dhaabbachuun QBO gaggeeffamaa jiru cinaa hiriiruun gahee isaanii akka bahan qeerroon waamicha dabarsa.