Duulli hidhaa lammii Oromoo irratti gaggeefamu ammallee hammaachaa jiraachuun gabaafame

Waxabajjii 08,2013 Moyalee

BilisummaaDuulli hidhaa mootummaan Wayyaanee ilmaan Oromoo irraan gaggeessaa jiru jabaachaa dhufuun dargaggootni Oromoo Godina Booranaa aanaa Moyaalee keessatti mana hidhaatti ukkaamsamaa jiru.Dargaggoota oromoo hojii barbaaddannaa naannoo sanatti bobbaanii fi jiraaattotni aanaa kanaa Jumlaan mana hidhaatti guuramaa jiru.Dargaggootni

1. Dargaggoo Kumsaa Tafarii

2. Damee Raggaasaa

3. Ibraahim Waariyoo

4. Daanyee Geetaachoo

Jedhaman mana hidhaa mootummaa wayyaaneetti ukkaamsamuun isin miseensota ABOti,ABOtu, naannoo kanatti isin bobbaase jedhamuun reebamaa fi qoratamaa jiru.Mootummaan wayyaanee wayita keessi isaa bututee fi namoota isaa bara dheeraa irraa amantamummaa dhabe gaaffii mirgaa daran jabeessinee itti fufna jechuun qeerroon Moyaalee addeessee jira.

 

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: