SBO Guraandhala 3 Bara 2013

3 thoughts on “SBO Guraandhala 3 Bara 2013

  1. Jabaadhaa Yaa Qeerroo waliin taanee Bilisummaaf falmanna! Nuyi walii gallee yoo tokko taane tokkummaan jabina ittiin mootummaa garboomsaa kana injifannu nuuf uuma! Tokko taana, waliin kaana, bilisoomuuf kutanna! Hayyee nuuf jiraadhaa! Utuun E mail keessan argadhee akkam natti tola ture…… E-mail koo irratti akka naaf ergitan abdiin qaba……

  2. Oromoon lubuudhan jiru hundinuu hacuucaa alagaa (Habashootaa) yomiiyuu toftaa adda addaa ittii fayadamee mormuuf uffiif lammii Oromoo kamiiyu irra gahuuf miidhaa dhala namaa kamiyuu kan jaraan dachii Oromoo irrat raawatuu falmuu, mormuuf haalii yoo mijaayeef ejanoo irrat fudhachuu qabna. Gara biraatiin immoo dhaabafi hariiroo siyaasa adda addaas yoo qabaane, Oromumaan dhiiga tokko wonta taaneef, galmi keenas tookko wonta anta ta’eef qabsoo itti finiinsuu qabna. Tokkuman wolii qabanee haakanuu!

  3. SBO. Hojii boonsa hojechaa jirtuu. Jejjebadha nuti yeroo hundaa. Issin walin jiraa. Oromian Walba taatii Ethiopian nibaddi Oromian kan oromo taatii. ABOn Kalacha Qabso bilisumma. Hiree walabumma. Dhaa

Leave a comment