Oromo Call for Peaceful Protest in Washington D.C. Waamicha Hiriira Nagaa Oromoota Washington, DC

Flayer-English

http://www.Ayyaantuu.com

1 thought on “Oromo Call for Peaceful Protest in Washington D.C. Waamicha Hiriira Nagaa Oromoota Washington, DC

  1. Gaaffiin uummata oromoo yeroo mara waa’ee bilisummaa oromoo fi walabummaa Oromiyaati. Mirga namaa hin dhiibu; qabeenya namaas hin barbaadu. Kan isaa irratti abbaa ta’uu qofa barbaada. Haa ta’u malee mirga isaaf yoo falmate shororkeessaa jedhamee yakkama. Maal maqne laata?

Leave a comment