Amajjii 18,2013 Finfinnee
Barattooti Oromoo gaaffii mirgaa kaasuun yakka ta’ee mootummaa Wayyaanee biratti erga muldhatee baroota 21 darbanii jiru.Haalli kun itti caaluu fi hammaachuu irra Amajjii 17,2013 barattooti Oromoo Kolleejjii Yunversity Adimaas Finfinnee irraa baratan lama maqaa sochii dargaggootaan yeroo adda addaatti doorsifamaa turaniin yeroo ammaa loltoota Wayyaaneen ukkaamfamanii bakka jiran hin beekamu.
Kanneen kunis:-
1.Diinagdee Lemmaa barataa IT waggaa 2ffaa fi
2.Derejjee Shifarraa IT waggaa 2ffaa
Yeroo ta’an kana irrattid abalees barattooti Oromoo Yuniversitii Aosoosaa 3 akka mootummaa Wayyaaneen hidhamanii akka jiran gabaasi Qeerroo addeessa.
Nagaan haa dursu
Barattoonni oromo Yuniversitii Jimma baayyeetu hukamfamee mee qeerroo irraa mirkaneeffadhaa