Dhaamsa H-Duree ABO J/Daawud Ibsaa Guyyaa WBO Bara 2013

2 thoughts on “Dhaamsa H-Duree ABO J/Daawud Ibsaa Guyyaa WBO Bara 2013

  1. Ega yaa saba keenya yeroo ammaatti ummatni oromoo karaa adda addaa bilisummaa isaa
    gonfachuuf caarranqni qodhamaa jiru baayyee nama gamachiisa mootummaan halagas oromoon tokkummaa godhachuun falamaa jiru abdii kutachaa jira kana jidduutti wareegama hedduu nu gaafata keessumaa tokkummaan qeerroon qabsoo bilisummaa sadarkaa adunyatti beeksisaa jiru gudda kan galateeffamu dha itti dabalees warra hiriba rafaa jiran yookiin diina jala hiriiraa jiran orommota baeumsaa fi akkeekachiisa jiru sadarkaa gudaa dha.
    keessuma ayyana WBO baranatti yeroo miseensi WBO sirba gootummaa yeroo o’isee sirbu sirbichi laphee namaa waan tuquuf nama boosisu fi caalaatii kutanoon yerooma fedhe diina wajjin wal falmaa jiran agarsiisa
    waan hundaaf hundi keenya tokkummaan mooraa qabsoo ABO cimsuun bilisummaa keenyaaaf
    haa qabsoofnu
    IUO
    G3

Leave a reply to g3 Cancel reply