Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Kuni hawwii saba oromoo fi furtuu qabsoo oromoo keessaa isa guddaadha!Saba oromoo gochaa diinaatiin biyya isaarratti akka baqataa fi akka lammii biraatti ilaalamaa jiru ,reebamu,badii malee hidhamuu,biyya isaa irraa godaanee jireenya baqattummaan hiraaraa jiru fi ajjeefamaa jiruuf wal dhabbiin Qabsoo bilisummaa oromoo keessatti ta`e ;daran akka hamalileen cabduu fi hawwiin irraa dukkanooftu gochuun hin hafne.Amma illeen gufuu adeemsa qabsoo bilisummaa oromoo keessa jiru fi wal dhibdee xixiqqoo jirtu otoo hin tuffatiin bifa eegalameen otoo itti fufee jabina keenya ta`a.Qaamni qabsoo saba oromoo fuulduratti oofuu fi qabsoo gochaa jiru kamuu wal dura dhaabbachuu fi wal irratti ololuu irra dantaa saba guddaa eeguun mataa walitti qabachuu fi rakkoo qaama keenya gidduu qaama keenya gidduutti furuun barbaachisaa qofa osoo hin taane dirqama ta`uun isaa ni mul`ata.
Nice
Waan gaariitu arkane harra ummata oromof moorana qabsoo bilisummaa oromo Oromiyaa bilisabaasuuf .
Oromiyaa vs Ethiopia