Qbs 2005n
Nama qalbeeffatee diina nu marsee jiru hubateef , Qabsoo nu eeggatu tilmaamuun isa hin rakkisu. Qabsoon Oromoo keessaa fi alaan , qormaati isa qabee jiru salphaa miti . Qormaata kana jabaannee keessa dabarraan eenyullee nu dura dhaabbachuu akka hin dandeenye hubachun hin ulfaatu.jabaannee akka keessa hin baaneef wal hubchuu dhabuun keenya nu miidheera. Miidhaa kanas ifatti argaa jirra. Nu miidhuu isaa ifatti waliitti dubbachuunis eegalamee jira. wal malee akka hin qabne hubatamee , ilaalcha funyaanii hanga Afaanii wal irraa hin fagaannen wal miidhu irra , diina irratti walii galuu murteessaa tauun, yeroo itti hubatame irra geenye jirra.
Guutuu isaa dubbisuuf as tuqaa:- ESAT.docx
dhugaa jettan. ani dhaggeeffataa isaaniiti.abjuu eenyuu akka ta`e fi kaayyoon isaanii ifati beekama.ginboot 7 warri jedhamanis akka goobanaaf minilik fiduuf akka ta`e ifati beekama.kanaaf lama nan suufan jete jaartiin jedha oromoon.ani waanta edduun isaan madaaleera. kanaaf yaa oromoo warrii tokkummaa itiyoophiyaa jetanii ginboot 7 jedhamutti makamtan of baraa
kan nama ajaa`ibu uummanni amaaraa tokko hidhamee oromoon 10 yoo du`e kansaanii lallabu malee kan oromoo miti. esat jedhanii maaf fayyadamu? tv amaaraa jechuu wayyaaf