Bara 2000 kaafnee waan keessa jirru akka gaariitti yoo xiinxalle, Oromoon siyaasaaf hin dhalannee ? ykn Abaarsa qabnaayi ? ykn akka uumamaa fi Oromummaa keenyatti hin jirru ? Sabuma dhaabbanneef jennuuf of laannee hojjachaa jirraa ? siyaasaan eessa jirra ? saboota mirga isaanii falmatanii kabachiifan waliin akkamiin of ilaalla ? isaan irraa maaliin adda taane ? umamaan hanqina qabnaa ? beekumsi isaaniin fure nun maaf takaalee? jennee akka of gaafannu nu dirqisiisa .carraa sirnoota dabran keessa nu dabre dhiisneeyyuu , kan bara wayyaanee iyyuu yoo gilgaalle, ofiima keenyaan danqaa ofitti ta’aa jiraachuu waan nu qaabachiisuuu tarrisuu dandeenya. LAKKII DHIIROO