Fulbaana 02,2012 Hebantuu
Godinaa Bahaa Wallaagga Onaa Heebantuutti Hagayyaa 30/2012 Sabboontonnii Oromoo Ona Hebantuu Wal gurmeessuun Sirnaa Gaddaa Mallas dabbaalloonnii Wayyaanee ummataa humnaan baasuun humnaan Gaddaa jechaa jirtu garaa Hiriiraa Mormittii jijjiruun walgurmeessanii sirbaa qabsoo bilisummaa Oromoo leellisuu sirbaan, mallas du’uun unuf bilisummaa tokkoo malee gaddaa mitii jechuun diddaa isaanii jabeessaanii jiru, sabaaba kanaa wal qabatee yeroo ammaa kanaa sabboontonnii dargaggootaa Oromoo 14 humnaa tikaa wayyaaneen hordofamaa jiru. Ummaannii ijoolleen keenyaa qabamtee hidhamte jennaan rakkoo guddaatu uumamaa jechuun dhaadachaa jira. halumaa wal fakkattuun hagayyaa 28/2012 Onaa Kiramuuttii diddaan Ummataa daran jabaatee jiraachuu irraan kan ka’ee Sabboontota Oromoo gaafa Mallaas du’e ni sirbitaan, Ummataan baga gammadaan jettaan ummata kakaasaa jirt uu jechuun namotaa 10 qabanii yeroof guyyaa 2f Onaa Kiiramuuttii Hidhuun,Mani Murtii Onaa Kiraamuu Murtii atattamaa akka kennuu humnaa tikaa godinaatiin dirqisifamee Hidhaa Waggaa 6 itti murteessuun yeroo ammaa manaa hidhaa godinaa Bahaa Wallaggaa Neqemtettii Hidhamani jiru, sababumaa kanaan wal qabatee yeroo ammaa kana net workiin Onaa Kiraamuu irraa badee waan jiruuf maqaa sabboontotaa kanaa argachuu hin dandeenyee,yeroo boodaa ni dhiyeessina, yeroo ammaa kanaa net workiin Godinaa Bahaa Wallaaggaa, Horroo Guduruu Wallaaggaa keessaattii baay’ee rakkisaa ta’ee jira.
master mindiin wayanee do’eef dibbee nu faana rukkuta jechuun harruumaa dha.
warra naannoo horrootti bakka hedduutti bilisummaa oromoof wareegamana eenyu haa bo’uuf ree?
halagaa fi oromoon afaan faaajjessan dhagahuu dhiisnee jalabultii bilisummaa keenyaaf haa jabaaannu
nagaatti
IUO
www kabus
jabadhaa badaa dhirooo hin rafinaaz yoi dunallee wolumaan qabisoo jadhaa meshaa qopefadhaa falimadhaa tana kesse batii gumaan ijoollee tenaa tanik universtii yoo dagatamited woyyaneen namnii kumaa 4akamitii 30kumaa bulichitii nutii udanaa hangaa yomii uuuu jedhaa ka’aa hin rafinii afaan duawazn hin dubatiin hojidhan