Raadiyoo Simbirtuu Hagayya 30,2013

4 thoughts on “Raadiyoo Simbirtuu Hagayya 30,2013

  1. Carraqiin keessan gaarii dha. Raadiyoon oromoo heddummaate. Hedduummini, garuu, yeroo hunda gaarii miti. Oromoon hedduu dha, amma illee Tigiree bicuu irraa of hin bilisoomsine.

  2. Nagaan koo humna diinaan waldhaansoo qabaa jiru hunda haa dhaqqabu.kanatti aansuu ani bilbila SBO barbaadus hanga har’aa hin arganne,sababa kanaa ijaarsa mandhee beeksisuus ta’ee odeessa kennuu fi fudhachuu hin dandeenye.kanaaf karaa dandeessa akka wal arginuun dhaamsa koo har’aati.

Leave a reply to Obsa Saketa Cancel reply