GADAA + 150 – GADAA Kutaa Xumuraa

YY.GMD(2005)
Aadaa Wal-dhaggeeffachuu, Jaarsummaa , Angafummaa , safuu , seeraa fi heera, Araaraa Abbootiin keenya nu dhaalsiisan of irraa mulqinee gannee, Aadaa wal fonqolchuu habashootaan masakamuun, Goobanummaa Namoota of hin beekne miliyoonootatti ol guddisuu qofaa odoo hin taane, Mooraa Qabsoo Oromoo keessatti rakko umaa jiraachuun haqa eenyullee arguu dandauudha.

30=GADAA 150 GADAA kutaa 2ffaa.docx

1 thought on “GADAA + 150 – GADAA Kutaa Xumuraa

  1. Hojii gaddisiisaa ilmaan Oromoo maqaa Oromummaan wal irratti dalagan qbsoo Oromoo irratti rakkina cimaa uumuu isaa dgachuu hin qabnu , shiira diinaaf hin malle wal irratti raawwanna, warreen gocha akkanaa irratti hiriiran kana, lafeen gootota Oromoo wareegamanii isaan haaa waraanu .

Leave a reply to dammaan makaa Cancel reply