Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Nagaan haa dursu
Uummati waraanaan qabame, waraana qofaan bilisummaa isaa deebfata. Kun seenaa addunyaa tuee dha. Har’s jiruu dha. Saayinsii odeessuun, Haala addunyaan walitti gudunfuun eessaanuu nama hin ga’u. Amerikaa fi Awurooppaan, waa’ee Itoophiyaa irratti kan jijjiiraman, yoo Oromoon diina isaa waaraanee ofrraa deebise qofa. Isa kamiree haalli addunyaa? Obbo Leencoo Lataa, maaliif Daawud wajjin hin qabsaa’u? Maal rakkinni jiru? Kun qabsoo/bilisummaa Oromoo dheeressuu mitii?
Obbo Lubee Birruu Waaqayyo si haa eebbisu. Sirrii dha Kan booda waa’ee Oromoo irratti maaltu mar’atama. Waraanuu malee. Oromoon biyyaa oduu nuffeera. Kan bilisoomsu daandii tokko qofa akka ta’e beeka. saayinsii daneessuun, qawwee diilalleessa, ummata qabbaneessa.
Waa’ee warra odeessuu dhiisuu dha. Har’a Qeerroo fi Daawud furmaata.
nagaatti
We must strangle like libya