Radio Oromoo Press, By Qerramsoo Biyya

3 thoughts on “Radio Oromoo Press, By Qerramsoo Biyya

  1. Nagaan haa dursu

    Uummati waraanaan qabame, waraana qofaan bilisummaa isaa deebfata. Kun seenaa addunyaa tuee dha. Har’s jiruu dha. Saayinsii odeessuun, Haala addunyaan walitti gudunfuun eessaanuu nama hin ga’u. Amerikaa fi Awurooppaan, waa’ee Itoophiyaa irratti kan jijjiiraman, yoo Oromoon diina isaa waaraanee ofrraa deebise qofa. Isa kamiree haalli addunyaa? Obbo Leencoo Lataa, maaliif Daawud wajjin hin qabsaa’u? Maal rakkinni jiru? Kun qabsoo/bilisummaa Oromoo dheeressuu mitii?

  2. Obbo Lubee Birruu Waaqayyo si haa eebbisu. Sirrii dha Kan booda waa’ee Oromoo irratti maaltu mar’atama. Waraanuu malee. Oromoon biyyaa oduu nuffeera. Kan bilisoomsu daandii tokko qofa akka ta’e beeka. saayinsii daneessuun, qawwee diilalleessa, ummata qabbaneessa.

    Waa’ee warra odeessuu dhiisuu dha. Har’a Qeerroo fi Daawud furmaata.

    nagaatti

Leave a comment