Humni WBO Guddaan Daangaa Qaxxamuree Biyya Seenee Jira Sababa Jedhuun Loltooti Wayyaanee Golamanii Ummatas Goolaa Jiru

Hagayya 04,2012 Qeellam
Sochii uummataa fi qeerroo ilaalchisee shakkii fi sodaa keessa galuudhaan godina Qellem ,Ona Anfilloo irratti guyyaa lamaan kana bakka buufata jaal Laggasee kan ture Ganda Gargeedaa fi daandii Yattii, gara Yaanqi jedhamu karaa Sudaaniitiin ABOn galeera jechuudhaan mootummaan wayyaanee waraana isaa goodatti guuraa akka jiru qeerroon ona Anfilloo fi Magaalaa Qellem irra jiru gabaasanii jiru. Akka jedhamaa jirutti oni sun buufata waraana wayyaanee ta’ee argame , magaalaan Anfilloo, Muggi ,ganda Gargeedaa,Laaloo Gidaamii,Yaanqii,Yaagaa bakki jedhamu kun waraana wayyaaneetiin marfamee akka jiru gabaasaan har’a Hagayya 3 addeessee jira.
Akkasumas gabaasaa Godina Wallagga dhiyaa,Ona Najjoo,Ganda Warraa Jirruu irraa addeessuun uummanni ganda sanii hedduu dhiphina keessa jiru jedha qeerroon ona sanii irraa gabaasu. Kunis sabababni isaa namoota Tokke-Shan ijaarsa jedhamuun ijaaramaa, hirmaanna misoomaa irratti jabeessaa jedhuun uummata hiriirsaa akka jiru gabaafama. Kunis biqilaa dhaabaa, ajaja gubbaa irraa dhufe bakkaan gahaa jedhanii, miseensa dhaaba OPDOtti ijaaramtan malee fuula duratti lafti isin qabdaniyyuu namoota miseensa keenya ta’anii lafa qonnaa hin qabneef akka kennamu hubadhaa jechuudhaan uummata rakkisaa akka jiran gabaasaan addeessa. Yaanni uummata irraa dhiyaatus mootummaan keessan silas du’aa fi jireenya gidduu jira maaltu akkas isin iyyisiisa, nurraa callisaa dubbii keessaniif deebii nurraa hin qabdan jechuudhaan of irraa callisiisaanii akka jiran har’a Hagayya 3 gabaasaan isaa addeessa.

4 thoughts on “Humni WBO Guddaan Daangaa Qaxxamuree Biyya Seenee Jira Sababa Jedhuun Loltooti Wayyaanee Golamanii Ummatas Goolaa Jiru

  1. OPDO shall go to hell.I am from this area (WW)and they have been beating,imprisoning and repressing our people in zat part of Oromia.They say u are feeding enemy,terrorists and u are giving them logical supports.Almost all or most of this acts are done by Woyane messengers(OPDO) not by Tigrayans themselves except for the Federal polices and troops deployed.The troops are deployed after the puppets give them reports of OLF soldiers presence in the land.So let’s not only blame Woyane regime but the enemy messengers)=OPDO with equivalent name oromo ppls dictatorial organization!. We also shouldn’t hate the Tigres,Amharas or others else simply for their identity,being what they are,but for what they do.I am now really very sad when i see what is happening in the country.In major urban areas our language,Afan Oromo,which is one of the most unifying factor we all as Oromo have in common is actually becoming extinct.We have no Capital city,no one can deny this.Neither Adama,called Nazareth by many,nor Finfinnee,actually Addis Ababa is our capital.Because,our language is not spoken in it both by many of oromos living in it and all non oromos.There is no school which teaches in Afan Oromo. Oromo is a nation without a city.I was supporting OLF in the past,is supporting now and will support in the future.I like their ideology,policies.I don’t recognize the federalists,both those who trade with the name of OLF i.e jijjiiramaa group.They are not OLF,they have never been in z past.their leaders were woyane soldiers.I think they were sent abroad by woyane regime to dismantle the preexisting OLF OLF with no modifying of name,popular in the eyes of the public,and the only genuine one!!!!!!!!!!.WE REALLY NEED FREEDOM AND TOTAL INDEPENDENCE FROM THE HABESHAS!!.WE NEED TO DECLARE IRO,democratic&secular serving all oromos and oromians equally.Which respect basic human rights,freedom of religion and democratic rghts as well.Pls,pls PRAY 4 THIS NATION!!.I URGE ALL MUSLIMS,KNOWLEDGEABLE CHRISTIANS,WAAQEFFATAA OR WHOEVER BELIEVES IN FREEDOM TO PRAY FOR OUR INDEPENDENC3E!!.PRAY AND PRAISE GOD SO THAT HE WILL BLESS U!.OROMO BLESS GOD,WAAQAA OR ALLAH WHOMEVER U BELIEVE IN!!!!!!!!!!!!!!!.Iwas born Oromo,was raised an Oromo,is living as an Oromo and will be living all my life as an Oromo.Jesus help me!.thank u!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!

  2. waamicha kabajaa guyyaa goototaa
    konyaan abo riyaad guyyaa goototaa ebla 25/4/14 jimaata galgala starahaa najjo kachililatti walga’ii ballaa guutun hawaasa oromoo magaala riyaad akka irratti hirmatan isin afeera

    koree qopheesituu ayaana

Leave a reply to abdi Cancel reply