Wallagga,Magaalaa Naqamtee Keessatti Tika Wayyaanee Beekamaa Mitikkuu Araayaa Jedhamu Irratti Tarkaanfiin Fudhatame.

Adoolessa 31,2012 Laqamte

Godina Wallaggaa Onoota gara garaa kan akka Jimmaa Arjoo ,Baddaallee, Arjoo Guddaattuu, Neqamtee gidduu deemuun irratti gaafatama tikaa qabaatee yeroo dheeraaf sabboontota Oromoo hiraarsuun kan beekamee fi Oromoo hidhuu fi dararuu irratti qooda guddaa nama qabu tika Wayyaanee beekamaa Mitikkuu Aaariyaa jedhamu irraatti humni addaa Adoolessa 30,2012 galgala sa’aa 7:30 wb irratti tarkaanfii maayyii irratti fudhate.
Ummanni magaalaa Naqamtee tarkaanfii kanatti hedduu gammaduun lukkeelee kaaniifs barnoota ta’ee dhiiga Oromootti taphachuu irraa akka dhaabataniif akeekachiisa jalqabaa akka ta’u himaa jiru.
Qabsoon Itti fufa! Gabrummaan ni kufa!!

2 thoughts on “Wallagga,Magaalaa Naqamtee Keessatti Tika Wayyaanee Beekamaa Mitikkuu Araayaa Jedhamu Irratti Tarkaanfiin Fudhatame.

  1. Dhugama aaga dhagahaan jedha yeroo baayyee halagaan wayanee irratti hirkachuun lammii naannoo Naqamtee hiraarsaa turan,jirus hundumaa keessaa seenaa dhiyyootti kan yaadatamuu saboontota oromoo kan rakkisaa turan keessuma AYYELEE DAABBOOO,GETACHOO(DIRRIBEE HOTEL)KAN BIROOS aduun bilisummaa bariiúuf kanaáchi akka ibidda ijoolleen xabachuuti kunis oromoon roorroo fi gidiraa bittaa halagaa ni gaha jedhjee tokkummaan kaée jira
    IUO
    G3

  2. mixiin wal gargaartee arba hiiti,,, goondaan wal-qabattee laga ceeti,,.. ilmaan oromoo maraaf bilisummaa dhugaan hawwa,.. mee isinoo maal jettu?

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s