| (Qeerroo, Finfinnee,23 Adoolessa 2012) Hawaasti Musiliimaa diddaa fi mormii mirga amantii isaanii kabachiifachuu eegalan jabeessanii itti fufanii jiru.Mootummaan Wayyaanees shira addaddaa xaxuu fi hawaasa Musilimaa bakka addaddaatti qooduuf yaaliin godhu amma illee itti fufee akka jiru keessa beektoti saaxilanii jiru. Yeroo hamaa kana keessattis ta’ee yeroo nagaa keessatti kaayyoo ofii milkeessuuf kutatanii diddaa fi mormii belbelchuun murteessaa ta’uu garuu hawaasti marti karaa maraan irratti walii galaa jiru. Qeerroo |