Kuni vidiyoolee gaggabaaboo ijoo dubbi Adde Asilii Oromoo irraa fudhatame. Hasaan Addde Asilii namoota baay’ee boochisuurra darbee, namoota walgahii WQO irratti argamaniif muxannoo isiin akka WBOtti fi hidhamtuu siyaasaatti keessa darbiterratti barumsa gudda kennee jira. For more visit http://www.Gadaa.com
Oromoon Sabboona fi Sabboontuu bay’ee qaba kan dhabee Tokkummaadha.