OromoPress: Gootittiin Oromoo Adde Asilii Oromoo Dubbii Ijoo OSAtti Kannite

Kuni vidiyoolee gaggabaaboo ijoo dubbi Adde Asilii Oromoo irraa fudhatame. Hasaan Addde Asilii namoota baay’ee boochisuurra darbee, namoota walgahii WQO irratti argamaniif muxannoo isiin akka WBOtti fi hidhamtuu siyaasaatti keessa darbiterratti barumsa gudda kennee jira. For more visit   http://www.Gadaa.com

 

1 thought on “OromoPress: Gootittiin Oromoo Adde Asilii Oromoo Dubbii Ijoo OSAtti Kannite

Leave a comment