Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress

dhuguma addi bilisummaa oromoo jaallewwan lubbuu isaanii dabarsaniin ija keenya oromoof bananii lammii keenya sadarkaa adunyaa irratti geessisaniif guddaa galateeffachaa ammas ABO ala bilisummaan oromoo dhufuun abjuu waan traéef tokkummaan mootummaa halagaa lammii keenya irraa baasuuf qabsoo qeerroo waliin taúun jabaachuun filannoo isa guddaa dha J/ Daaawud yaada lammii keenyaaf haala qabsoo keenya nuu ibsaniif guddaa galatoomaa jenna
nagatti
G3
Great! TPLF should leave Oromia without any precondition. Simillar targets should be taken throughout oromia at the same time and speedy. Oromo should show its repository potential of natural hero like his grandfathers. No need to rock enemy like a baby after all.
Gadaa
Isin ABOn garuu maaliif erga qabsoo hidhannoo geggeessina jettanii namoota keenya ykn dargaggoota hin hidhachiiftan?.I am one of them and if there had been strong and unified organization as well as potential to supply armies for the youth,dhugaadhumatti ani hardhan bosonatti gala.Garuu meerre meeshaan…?.
Oromoongarummaajalaahaabaatu
Nuti ilmmaan oroohundinuutokko gargarhinfaffacaanu.oromoonnihundinuutokko, amantiifiinaannoodhaangargarwalhinqoodinaa namoonni akkasiisundogoggoraguddaarrajiranii ofsirreessuuqaban .
Yasagle bilisumma sidhagefachun ak kinin dhukuba wayesuti itin bohara hoga 25fa ketin bagasigye sifi hojatota ketis galani kesan bilisuma injifanon tanqeyroti
Gadaa.com
Ani bilisummaan barbaada yoorabbijedhe
tokichow salaalee