Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)

SBO

9 thoughts on “Sagalee Bilisummaa Oromoo (SBO)

  1. dhuguma addi bilisummaa oromoo jaallewwan lubbuu isaanii dabarsaniin ija keenya oromoof bananii lammii keenya sadarkaa adunyaa irratti geessisaniif guddaa galateeffachaa ammas ABO ala bilisummaan oromoo dhufuun abjuu waan traéef tokkummaan mootummaa halagaa lammii keenya irraa baasuuf qabsoo qeerroo waliin taúun jabaachuun filannoo isa guddaa dha J/ Daaawud yaada lammii keenyaaf haala qabsoo keenya nuu ibsaniif guddaa galatoomaa jenna
    nagatti
    G3

    • Great! TPLF should leave Oromia without any precondition. Simillar targets should be taken throughout oromia at the same time and speedy. Oromo should show its repository potential of natural hero like his grandfathers. No need to rock enemy like a baby after all.
      Gadaa

  2. Isin ABOn garuu maaliif erga qabsoo hidhannoo geggeessina jettanii namoota keenya ykn dargaggoota hin hidhachiiftan?.I am one of them and if there had been strong and unified organization as well as potential to supply armies for the youth,dhugaadhumatti ani hardhan bosonatti gala.Garuu meerre meeshaan…?.

  3. Nuti ilmmaan oroohundinuutokko gargarhinfaffacaanu.oromoonnihundinuutokko, amantiifiinaannoodhaangargarwalhinqoodinaa namoonni akkasiisundogoggoraguddaarrajiranii ofsirreessuuqaban .

Leave a comment