Basaasonni Wayyeenee Yuunivarsiitii Amboo keessaa Basaasan Saaxilaman

Ebla 11,2012 Gabaasa Qeerroo Amboo
Basaastonni Wayyeenee barattoota fakkaatanii mooraa University Amboo galuun barattoota Oromoo saaxiluuf Mootummaa Wayyaanee irraa dirqama fudhatanii Yuunivarsiitii Amboo keessatti barattoota Oromoo yeroo dheeraaf diinatti gurguraa turan qorannoo qeerroon saaxilamanii jiran.Barattootni maqaan isaanii armaa gadii kun kallattiin Wayyanee irraa dirqama fudhatanii kanneen sochii Qeerroo basaaisan ta’uu barattoonni Oromoo baranii jiraachuun beekame
1. Barataa Indiriyaas Kibruu Muummee Bio-process Engineering waggaa 4ffaa dhalootaan boorana irraa
2. Barataa Malkaamuu Shagatoo Muummee Bio-process Engineering waggaa 4ffaa dhalootaan Boorana irraa
3. Barataa Takkaa Taglee Muummee Agriculture waggaa 3ffaa dhalootaan Godina Shawaa Lixaa Jalduu irraa
4. Barataa Nuuraa Muummee Afaan Oromoo waggaa 3ffaa dhalootaan Arsii irraa
Tahan yuunivarsiitii Amboo fi sabboontota Oromoo bakkeewwan garaa garaa irraa diinatti kennaa turuun isaanii bira gahamee jira.Barattoota kanneen keessaa Barataan Takkaa Taglee jedhamu diina waliin harka cimaa wal keessaa kan qabuu fi barattoota oromoo basaasummaan rakkisaa turuunii fi har’as itti jiraachuun isaa bira gahamee jira.Barattootni kunneenii fi basaastotni ilmaan Oromoo diinatti kennuun qabsoo Bilisummaa dura dhaabbattan gocha badii kana irraa hatattamaan hin dhaabbattan taanaan tarkaanfiin gatii keessan madaalu akka isin eeggatu cimsinee isin beeksisna.Gocha diina waliin hiriira qabaachuu fi Oromoo diinatti kennuu irraa dhaabbachuun qabsoo qeerroon gaggeessaa jiru waliin akka hiriirtanis waamicha isinii dabarsina!

3 thoughts on “Basaasonni Wayyeenee Yuunivarsiitii Amboo keessaa Basaasan Saaxilaman

  1. Sirna wayyaanee hundeedhaan buqqisuuf wal’aansoo godhamu keessatti basaastota wayyaanee miidiyaa irratti saaxilbaasuufi akka barbaachisummaasaatti tarkaanfii irratti fudhachuun qaama tooftaafii tarsiimoo qabsoo keenyaa ta’ee itti fufuu qaba. Maaliif yoo jedhame 1. namoonni eenyummaa isaanii beekanii akka of eeganiif 2. Sabboontonni tarkaanfii eenyu irratti fudhachuu akka qaban akka beekaniif 3. Baasaastonni ka biroon kanarraa baratanii ummata gooluu irraa akka adambatanii taa’aniif

  2. Qeeroo Jabdhaa BAkka Jiratan Hundaa Isaan WAjin Jiraa Yeroo Isaan Lafa Katana Nutii Abdiii Qabana Qeerroo Oromo BAkka Jiratana Hundaa Olaa Kaa WAlaa QAbadhaa Yaa Sabaa Kiyya Oromoo Ani Maaqan Koo Dr: Husein ABDo GAdaa

  3. Jabadha Rabbii Isaan Haa Jabesuu yaa Dargagesa Oromo Waan Anii Isaanii Dhamu Namoota waa Basasan Bakka Argitanitii Arbaa Keessatii Muraa Waanii Nuu Dhibe Guddan Wara San Nairob Keessatii Gutanii Jiran waronii waa Basasan kessatu Jarole gugrudoo Wara kana warii Nama dhibban

Leave a reply to obsaa Cancel reply