Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Warshaan Huccuu Elsa Nazireet kan abbooti qabeenya Turkii fi abashoota woyyaaneen hogganamu nyaata summa’aaya ummataa nyaachise. Worshaalee adda addaa naannoo oromiyaa keessatti oromoota hojjii humna hojjachaa jiraan hojiirra hari’uun,hirarsaa fi gidiraa kan ture, woyanneen ammas gaaffii mirgaa hojjattootni oromoo 500 ol ta’an magaala addaama warshaa Elsa Nazreet charka charki fabrika jedhamu keessa hojjatan deddebi’anii gaafatan aruudhaan, nyaata summa’aayaa guyyaa lamaa ol ture ,gaafa Jimaata,Bitootessa 23/03/2012,sa’aati laaqana nyachisuun namooni 36 ol ta’an hospitaala woligala addaamatti yaalamaa jiraachuu isaani ija kootiin argeera.kanaafuu yaa qeerroo namoota gaafii mirgaa gaafatamaniif deebii akkasii akkasii kennitu hundeedhaan buqqisanii gatuuf,bilisummaan oromiyaa oromoo daraan cimee finiinee itti haa fufuun jedha galatoma!!