Qabsaawaa Artist Kadir Martuu

1 thought on “Qabsaawaa Artist Kadir Martuu

  1. Warshaan Huccuu Elsa Nazireet kan abbooti qabeenya Turkii fi abashoota woyyaaneen hogganamu nyaata summa’aaya ummataa nyaachise. Worshaalee adda addaa naannoo oromiyaa keessatti oromoota hojjii humna hojjachaa jiraan hojiirra hari’uun,hirarsaa fi gidiraa kan ture, woyanneen ammas gaaffii mirgaa hojjattootni oromoo 500 ol ta’an magaala addaama warshaa Elsa Nazreet charka charki fabrika jedhamu keessa hojjatan deddebi’anii gaafatan aruudhaan, nyaata summa’aayaa guyyaa lamaa ol ture ,gaafa Jimaata,Bitootessa 23/03/2012,sa’aati laaqana nyachisuun namooni 36 ol ta’an hospitaala woligala addaamatti yaalamaa jiraachuu isaani ija kootiin argeera.kanaafuu yaa qeerroo namoota gaafii mirgaa gaafatamaniif deebii akkasii akkasii kennitu hundeedhaan buqqisanii gatuuf,bilisummaan oromiyaa oromoo daraan cimee finiinee itti haa fufuun jedha galatoma!!

Leave a comment