Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Yaa jallewwan koo sochi qeerro godhama jiru kana biyya amba ta’e hordofan jira. jabaadha waaqni oromo isin bira haa dhabatu. Dhaamsi ani isniif qabu tokkichi,halkanif guyya kara woyyaneen ittiin isinitti seenu danda’u of dura yaada. Woyyaneen jireenyi ishe cinaacha laafa oromon qabu jala jiraachudha waan ta’ef hin-dagatina, milikkin yoo argamlle itti hin-mirqaanina, karan irra deemnu dheeradha, hadha’adha, qormaata hedduttu fuula keenya dura jira waan ta’ef jabaadha,waqayyo injifanno fi oggumma isniif haa laatu