Oduu Dabalataa: Ilmaan Oromoo Sudaan Keessatti Hidhaman

(Oduu DabalataaQeerroo, Finfinnee, 19 Bitootess 2012) Wallisaa Kadir Martuu waliin ilmaan Oromoo Sudaan keessatti hidhaman maqaan isaanii nu gahee jira.

Akka kanaan maqaan ilmaan Oromoo kanneen ergamtoota  wayyannee biyyaa Sudaan keessatti argamaniin gaafa  guyyaa 15- 03- 2012  hidhanii akka armaan gadii yoo ta’u, bakki  itti hidhaman   Kaartuum Sudaan mana hidhaa Ma’imuuraa ta’uun beekamee jira.

Ilmaan Oromoo yeroo amma hidhaa keessatti argamanis:-

1-      Jabaa Morkataa
2-      Kadiir Martuu-  weellisaa Oromoo
3-      Amiin Ahemad
4-      Amiin Hajii
5-      Muzayan  Sidiqoo
6-      Siyefuu Huseen
7-      Sa’aadaa  Shubbisee
8-      Ruqiiyaa
9-      Rabiiyaa Aman
10-   Muhamed Galatoo
11-   Muhamed Hasan
12-   Seifadin Hasan
13-   Shukriyaa Huseen
14-   Huseen Majid
15-   Abdusalaam Kaasaa Erbuu dha.
Ilmaan Oromoo kunnenis ergaa dabarfatan keessatti  lammiin Oromoo bakka jiruu sagalee isaanii akka dhageessisuu fi akka hiikamaniif immoo xalayaa mootummaa Sudaanitti akka barreessaniif dhaammatanii jiru.

2 thoughts on “Oduu Dabalataa: Ilmaan Oromoo Sudaan Keessatti Hidhaman

  1. ANI MAAL JECHUU DANDA’A REE ISIIN IJOOLLEEN OROMOO LAFE SABA KEESSANIITI. WARRAAQNII KEESSAN ABDII GUDDAA KEENNAA JIRA. WARRAAQNI KEESSAN AKKA HIN DHABANE IJOOLLEE OROMOO BIYYA KEESSA WAJJIIN WAL QUNAMUU QABDANII. TARKKAANFII TOKKO YOO GOODHUUDHAAFI KAATAN YEROO TOKKO TA’UU QABA KUNIMOO HUMNA DIINA QOODA AKKASUMAS DADHABSIISA. KUNIMOO HUMNA CIMMA SABA KEENYAAF KEENNA..

    WAAN JEDHUU HIN QABU JABAADHA ITTI FUUFA NUTTI OROMOONI KAN SABA LIBYA. SABA MASRA. SABA TUNISIA GADDII WAAN TAANUUF HIN QABNU KANAAFU AMMA JABAADHA JEDHA

    WAAN TOKKO WAAN IRRAANFACHUU HINQABNE TIGREEN BILISUMMAA BIYYA ISHEE QABDII KAN AMA BIYYA KEENYA HANGA DANDEETU SAAMAA JIRTU BIYYA ISHEE GUDDISUUDHAAFI.

    YOO NUTTI OROMOONI HUMNA KEENYA WALIITI QABNE ITTI JABAANE GEDDIDHIIFTE AKKA BIYYA ISHEE DHAQXEE BIYYA SANA GARGAARUUDHAAFI AKKA JETTU HIN OOLU. WAYYAANNEEN ITOOPHIYAA DUDDISUUDHAAF AKKA HINDHAABANE.

    KANAAFU AMMA BIYYA KEENYA ILUBAABORA GUMUZI KEENNAA JIRTTI. KUNIMOO LOOLA KEENYA JABEESA MALLEE WAAN DHAABBU HIN QABU BIYYA KEENYA MURAMTE DIINA KEENYAAF HIN KEENAMTU…..

    WAAN KANAA HIN IRRAANFATTINA WAYYAANNEEN BILISUMMAA BIYYA ISHEE QABDI ISHEEN TIGREEDHA MALLEE ITOOPHIYAA MITI.

Leave a reply to prf.oromoo Cancel reply