SIIRIYAA HAR’AA FI HEGAREE OROMIYAA…

YAA.GAMMADAA (2005)

Har’a Dhimma Biyya siiriyaa (Soriyaa) irratti Addunyaan maa jechaa akka jirtu hundu hubachaa jira jedheen yaada. Har’a waan kaasu barbaadu, Dhimma Ummata siriyaa ykn Soriyaa fi Mootummaa jiru katabuuf odoo hin taane, Dhimma siiriyaa ilaalchisee , Addunyaan kan jechaa jirtu irraa waan barannu fi hegaree keenya wayyaaneen hangam hammataa akka jiru, gamanumaa hubanne, waan har’a raawwachuu qabnu wal akeekuufiidha.

Siiriyaa keessa maal ta’aa jiraa ? mootummaan maal gaggeessaa ? Umati maal jedhaa ? kan jedhu ilaalu hin fedhu. Waan har’a argaa jirru, Biyyattiif faayidaa qabamoo, kaantu itti fayyadamuuf arreeda ? jennee amma tokko ilaalu dandeenya. Biyyi siiriyaa jedhamtu , humni Iraaqi irraa eegalee hunda hammacaa jiru itti seeneera . warri dhihaa Addunyaa kana tu’achuuf , Biyyoota Dingdeen nu dursu jedhanii sodaatan duubatti deebisuuf shirri gaggeessan, siiriyaatti seene jira. Ammam dandamattee keessa baati , yeroof qofa dhiifna.SIIRIYAA FI HEGEREE OROMIYAA

1 thought on “SIIRIYAA HAR’AA FI HEGAREE OROMIYAA…

Leave a reply to Ararsoo abdii Cancel reply