Waajjira AU(African Union) fi Hoteelota Bebbeekamoo Finfinnee Keessaa Dabalatee Barrtuuleen Waamicha Qabsoo Raabsame,Maxxanfames.

Amajjii 26,2012 Finfinnee

Bakkoota Barruuleen Waamicha Qabsoo itti maxxanfamanii fi raabsamaa jiran Video fi suuraalee dhahataan isiniif dhiheessinu irraa ni argattu. Eda Amajjii 25,2012 irraa hanga har’aatti itti fufee jira.

Haala Kanatti kan rifatte mootummaan Wayyaanee human tikee heddumminaan bobbaaftee sochii Qeerroo kana tohachuu hin dandeenye. Hin danda’anis.

Qeerroon Ummata Oromoo dahoo godhatee maru’uummaan Wayyaanee keessa ta’ee mootummicha akka rimmaatti soofee xumura irra geessissee akka jiru beekamaa dha.

2 thoughts on “Waajjira AU(African Union) fi Hoteelota Bebbeekamoo Finfinnee Keessaa Dabalatee Barrtuuleen Waamicha Qabsoo Raabsame,Maxxanfames.

  1. akkas malee qeerroo qabsoon gaggeessamaa jiru biyyaa ambaa adda
    addaatti wayanoonni firrotan isaaniitti soda isaanii irra jiru
    yaada ibsachaa fi bibira’achaa jiru
    kuni mallattoo dhiyina bilisummaa orommoo waan mul’isuuf hundi keenyaa qabsootti haa jabaannu.
    wayaneen wareerte jirti
    nagaatti
    GOOLEE
    biyya ambaatti

  2. sardaa, jala bu’aa afuufa.gala dhoowaa.injifannoon kan qeerroo oromo haa ta’u.leel jenna leel jedhaa.hafarsaa hafuurri abbaa ishee itti haa citu.

Leave a reply to goolee Cancel reply