Amajjii 26,2012 Finfinnee
Bakkoota Barruuleen Waamicha Qabsoo itti maxxanfamanii fi raabsamaa jiran Video fi suuraalee dhahataan isiniif dhiheessinu irraa ni argattu. Eda Amajjii 25,2012 irraa hanga har’aatti itti fufee jira.
Haala Kanatti kan rifatte mootummaan Wayyaanee human tikee heddumminaan bobbaaftee sochii Qeerroo kana tohachuu hin dandeenye. Hin danda’anis.
Qeerroon Ummata Oromoo dahoo godhatee maru’uummaan Wayyaanee keessa ta’ee mootummicha akka rimmaatti soofee xumura irra geessissee akka jiru beekamaa dha.
akkas malee qeerroo qabsoon gaggeessamaa jiru biyyaa ambaa adda
addaatti wayanoonni firrotan isaaniitti soda isaanii irra jiru
yaada ibsachaa fi bibira’achaa jiru
kuni mallattoo dhiyina bilisummaa orommoo waan mul’isuuf hundi keenyaa qabsootti haa jabaannu.
wayaneen wareerte jirti
nagaatti
GOOLEE
biyya ambaatti
sardaa, jala bu’aa afuufa.gala dhoowaa.injifannoon kan qeerroo oromo haa ta’u.leel jenna leel jedhaa.hafarsaa hafuurri abbaa ishee itti haa citu.