Lukkeeleen Wayyaanee diddaa dargaggootaa dhaamsuuf yeroo kaatan

2 thoughts on “Lukkeeleen Wayyaanee diddaa dargaggootaa dhaamsuuf yeroo kaatan

  1. finicilli qeerroo bilsummaa oromoof ta’u kan university naqamteetti ta’u qaama qabsoo qeerroo oromooti.garuu wayanee fi kitillayyoon isaa addaan baasanii hubatuus hubachuu dh8iisuus qabsoon hanga bilisummaatti iiituma fufa.

    garuu kan anaan kan na ajaa’ibe waa’ee piresidantii uiversitichaa FIQAADUU BAYYANAAti.
    baruma duriitti kaasee hanga awasaa college barsssuu fi alamayaatti barataa turetti kan sammuu isaa acadamiittin banama bilisummaa oromoo kan sammuu isaa hadooche namaa hin galu kanaafis beekaa gara naannoo jaardagaa jiran dhaqee uttu fala aragte gaarii dha gara isaaf wayaneef bitamuu isaa.
    dacheen jardagaa jaartee kan lubuu isaanii wayaneen wareegaman ka abba biyaa beyene obsii,(maths tiin fiqaduu caalaa dynamic kan ture).obbo tolasaa moosisaa fi takkalaa soorii ijoollee isaanii isaan jaallatan fi ummata jaaardagaa jaarteetti gudda ajaalatamoo fi kabajamoo kan ta’an guyyaa saafaatti rasaasa wayaneen qee’e firootan isaaniitti ajeefaman mee fiqaduun takkaa dhaabatanii yaaduun fuldura qabsoo bilisummaa orommoo uttu maqanii uf xiinxalan gaarii dha kana’achi turti bulti malee itti gaafatummaa irra hin oolan
    nagaatti

    goolee

Leave a reply to Bareedduu Oromiyaa Cancel reply