Freedom, Liberty and democracy shall prevail!

National Youth Movement for Freedom and Democracy

Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Biilisummaa fi Dimokraasiif(SDBBD)

Labsa Qeerroo- Afaan Amaaraa or In Amharic

 

Labsoota asii olitti keenye kana  akka irra deebifnee maxxansinuuf sabboontonni hedduun karaa adda addaa waan nu gaafatanii jiraniif, Afaan Oromoo,Afaan English fi Afaan Amaaraan irra deebinee maxxansinee jirra.

Qabsoon itti fufa! Gabroomsaan ni kufa!

1 thought on “Freedom, Liberty and democracy shall prevail!

  1. Labsooni afaan sadanii deebiftanii maxxansitan kun dhaabbatummaan as irra akka jiraatan mala dhawaa.

Leave a comment