(Qunnamtii Qeerroo, Awaasaa, Ebla 30, 2011) Barattooti Oromoo hidhaman hanga gadhiifamanitti barumsa idilee kan hin eegalle ta’uu barattooti Univarsitii Awaasaa gaafatan.
Humoonni tikaa fi waraanni Wayyaanees gaaffii brattootaa kana ukkaamsuuf guyyaa har’aa, Ebla 30/4/2011, ganama irraa kaasee mooraa Univarsitichaa weeraranii barattoota jeeqaa akka jiran beekamee jira.
Barattooti garuu, hiriyyooti isaanii seeraan ala ukkaamsamanii achi buuteen isaanii dhabame haga argamanitti seexaa ittiin batratan akka hin qane ibsuun humnooti tikaa wayyaanee fi humnooti waraana hidhatanii mooraa barnootaa gara mooraa waraanaatti geeddaruuf jiran hatattamaan mooricha keessaa akka bahan gaafatanii jiru.
Humnooti Wayyaanees “barattootni diddaa fi fincila kaasuuf jiru,” jechuun humnooti poolisii federaalaa mooraa san guutanii akka jiran maddi Oduu Qeerroo gabaasee jira.
Kan malees, humnooti wayyaanee kun “barattoota barbaannu waan qabnuuf mooraa hin gadhiifnu,” jechuun nageenya barattootaa jeequun alattis keessattuu, mooraa san keessa oliifi gadi deemuun naannoo barattooti Oromoo itti argaman maratti hordoffii gochaa akka jiran hubachuun danda’ameera.
Universiitii Awaasaa keessaa barattoonni sadii maqaan isaanii,1.Sayyoo Beenyaa 2.Gadaa Raggaasaa 3.Daagim Baqqalaa jedhaman ji’a darbe keessa erga qabamanii eegalee hang har’aatti achi buuteen isaanii kan hin beekamne ta’uun ifaa dha.

Jabadha isin wajjiin jirra.
Where are the other students? Why are the Amhara students and the students from other opressed nations still sleeping? Are they still the victims of Woyane’s divide and rule method? We must be able to say together: no more antagonizing the all-inclusive freedom fighters in favour of the Woyane fascist forces. It is clear that the Woyane fascists and racists survived by dividing, fragmentizing and polarizing both the Amhara integrationist camp and the Oromo independenist camp among and between each other.
But now the question is: how long will both the Ethiopian nationalists’ camp of the Amhara and the Ethnic nationalists’ bloc of the Oromo allow the Woyane to play with them and how long do they give a chance for this mafia group to beat them turn by turn? Are they less intelligent than the Woyane not to outsmart this fascist and racist regime? Time will show us for how long Woyane will play the game of pure political acrobat, presenting itself as either the Oromo independenist or as the only Ethiopian killil-federalist or as the Amhara integrationist just to sow a discord among the opposition and make these different parts of the opposition to fight each other; actually the ONLY true motive of Woyane is to keep the Tigrean hegemony at any cost!
Otherwise, we have to be able to differentiate Woyane political acrobatists from the genuine independenist Oromo, federalist South and integrationist Amhara. To know this difference, what matters is not the position of their guts, but more the direction of their guns. Woyane cadres do direct their guns (verbal bullets) on pro-integration Amhara nationals and on pro-independence Oromo nationalists, whereas the genuine opposition from these two camps nowadays consequently and conciously try to direct their guns ONLY on the currently tormenting enemy (the Woyane). Woyane cadres shoot continously at these genuine Amhara and Oromo groups, whereas the genuine pro-independence Oromo and the genuine pro-integration Amhara nationals do try to tolerate all the opposition political groups with their different tactics and strategies in struggling for FREEDOM from Woyane’s fascism. So we just need to check the direction of their guns in order to differenitate the camouflaged Woyane cadres talking about an ‘independent Oromia’ and an ‘integrated Ethiopia’ from both the genuine opposition blocs advocating these two same agenda respectively.