Gaaffiin Mirgaa Itti Fufe

Gaaffiin Mirgaa Itti fufe,Gootonni barattooti Oromoo xichoominaan Wayyaanee dura dhaabbatan.

Odeessa Qeerroo,Ebla 21,2011. Barattoonni Oromoo University lee gara gara keessa jiran hanga ammaa waldhaansoo sirna bulchiinsa Wayyaanee waliin wal qabanii akka jiran guutummaa biyyaaf ifaadha.Sochii gootota Oromoo kanaan kan rifatte mootummaan Wayyaanee human waraana feederaalaa fi tikaan barattoota tohachuu hanqachuu irraan kan kaafte,yeroo ammaa moora University Arbaminci keessatti human waraana feederaalaatti dabaluun kanneen dhalootaan Tigroota tahan qofa gara mooraa University galchuun barattoota Oromoo humnaan qabanii hidhuu itti fufanii jiru.

Ebla 21,2011 Mooraa Arbaminci keessaa haaraatti gootota barattoota ilmaan Oromoo tahan nama 6 fuudhaanii deeman keessaa:-

  1. Xilahuun Fufaa Guutuu Economics  Waggaa 3ffaa
  2. Tasfayee Dhabaa   sociology          Waggaa 3ffaa

Kanneen jedhaman keessatti argamu.

Qabsoon Itti fufa!!

Gabaroomfataan ni kufa!!

1 thought on “Gaaffiin Mirgaa Itti Fufe

  1. Eyeen! Gaaffiin mirgaa saba Oromoo itti fufuu qaba; nutis qabsaa’onni Oromoo barattoota keenya cina dhabbachuu qabna! Haa jabaannu!!

Leave a reply to Fincilaa Cancel reply