Lafti Oromoo Naannoo Zuwaayii fi Bakkoota Adda Addaa Akka Saamamuuf Haaraatti Karoorfame Qorannoo ministeera Induustrii Itiyoophiyyaa Qeerroon Saaxile.

Ebla 1,015 ,Wayyaneen lafa Oromoo ammas daddabalee saammuuf kutatee  ka’uu isaa kan agarsiisu qorannoo kaampanii Indiyaa tokkoon qoratame karaa Ministeera induustrii Itiyoophiyyaa naannoo Ziwaay- Bulbulaatti dhabatuuf deemu maqaa Agro-industrial park jedhu documantii guutuu kunooti. Oromoon waan kana sirnaan ilaaluun falmaa isaa akka jabeessu Qeerroon dhaamsa dabarsa.

1 IAIP Presentation

1 thought on “Lafti Oromoo Naannoo Zuwaayii fi Bakkoota Adda Addaa Akka Saamamuuf Haaraatti Karoorfame Qorannoo ministeera Induustrii Itiyoophiyyaa Qeerroon Saaxile.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (April) | OromianEconomist

Leave a comment