Har’a Gurraandhala 2,2016 Barattooti Oromoo Wallagga Aanaa Jaarsoo Mana Hidhaatti Guuramaa Jiru.

12633069_571584782993441_862723240_o 12656452_571584172993502_397667905_oGuyyaa har’aa Gurraandhala 2,2016 Wallagga Aanaa Jaaroo Kessatti,Motumman Wayyannee.bartoota hiriraa ba’aa kaneen yeroo darbee hiidhaa turaan ammas irra deebi’ee qabun… Mana murtiittii geesse jira… Bartonnii kuniin baayinaa 21 kan ta’aa yoo ta’uu bartoota yeroo darbee hiidhaan jiran kaneen gabasee irraattii ragaa soba namoota sadii qindeessuun akka irraattii ba’aan ta’aa jira.

1 thought on “Har’a Gurraandhala 2,2016 Barattooti Oromoo Wallagga Aanaa Jaarsoo Mana Hidhaatti Guuramaa Jiru.

  1. yeroo ammaa wayyaneen dhugaa oromoo dhoksuuf yaada gamtaan awuroopaa beeksise ukkamsuuf sochii adda addaa hoageessisuu qabnajechaa jira irratti dammaqnee sagalee mormii dh

Leave a comment