Odeessa Godina Shaggar Abuunaa Gindebert.
Gurraandhala 2,2016 Oromoonni Hojjetaa Mootummaa Wayyaanee Ta’an Hedduun Sirnichaaf Hojjechuu Lagatanii Finfinneetti Godaanaa Jiru,Kanneen Keessaa Gariin:-
1,Baqqaalaa Nagaasa Hoji Kabbanee Wajjiraa OPDO Gindebert
2,Shibbiruu Wajjiraa Dargagoo fi Sport
4,Asfaaw Dhugumaa Ittisa Baalaf Qophayyina Abuunaa Gindeberet
5,Dhuguma Baqqala Wajjiraa Jaalisii
6,Sanyii Mootii Wajjira Haawasumaa
7,Laata Baayisaa Wajjiraa Gaalii Kanen Kun Hojii Mootumaa Wayyaanee hin hojjennu jechuun Hojii Gadi Lakkisaan Garaa Godinaa Adda Finfinee Galan Keessa Isaan Kun Warraa Mursaadhaa Kanen Maqaa Isaanii aanaa fi ganda irraa gara fuula duraa gabaafnu ni jiru.