Amajjii 21,2016 Sirna Ayyaanaa cuphaatiin walqabatee Mormii cimaa godhamee poolisiin federalaa Ummataa nagaa irrattii tarkanfii fudhatera. Dhukkasaa fi gaziin nama boochisu illee ummaata kara nagaan sirna amantaa isaa hordofaa jiru irrattii fudhatameera. Itti dabalees, Guyyaa Gaafa 21 /01/2016
Mormii cimaan magalaa naqamtee fi barattoota Yuunbersitii Wallaggaa Keessaattii fininuu eegale jira. Baratoota wallaggaa university nagaan mormii dhageessisuuf bahan irratti humnoota waranaa mootummaa baratootni 11 irratti miidhaa hamaa geessisuun yeroo ammaa kana hospitaala naqamtee keessaatti argamu. 
1. Dhaabasaa Fufa(5th yr civil eng)
2. Miressa shifeeraa Da’oo (pre engineering)
3. Saaron Bayisaa
4. Tolasaa Lataa Desisaa
5. Tamanee Tarekegn
6. Caanaa Odaa Burkuu -5th yr civil engineer
7. Yasin Malik
8. Bontu Fikadu Tulluu
9. Waktolee Beyenaa
10. Gashuu Gebeyo
11. Habtamuu Belay
Baratootni heddunis osoo yaalii hin argatiin kallattin gara mana hidhatti fudhatamaniru.

Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist