(Amajji 15,2016)
Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Amuruu keeysatti hogantoota Aanaatin murtiin barattoota FXG kaasuu danda’uu jedhamanitti mana akka hin
kireessinee murtiin kenname.
Bule ka’ee mala itti FXG Fashalsu barbaaduuf(soquuf) kan hin ciifne jala deemtonni TPLF Horro guduru Wallaggaa Nannoo Amuru jedhamtu
keessatti abbooti mana magaala qaban hundinu akka mana barattoota qaroo qabanitti akka hin kireessine guyyoota darban muraasa keessa
murtii jabaa kennan.
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist