Goota Oromoo Wareegame Abdataa Olaanaa Simachuuf Ummanni Oromoo Magaalaa Amboo fi Barattooti Yuuniverstii Gootummaan Simatan.

Galagala kana simatnaa goota Oromoo wareegama kafalee yeroo taasisetti magaalli Amboo dirree injifannoo fakkaatte. Reeffi gooticha Oromoo kan rasaasa Wayyaaneen wareegamee Abdataa Olaanaa Finfinneerraa gara Amboo yoo galu uummanni qe’e isaatti hin hafne  haata’u malee barataan mooraatti hin hafne dabalataan yeroo kanatti ammoo  galgala kana mooraa Yuuniversitii keessatti barataan tokko akka du’e beekamee jira.

 

 

 

1 thought on “Goota Oromoo Wareegame Abdataa Olaanaa Simachuuf Ummanni Oromoo Magaalaa Amboo fi Barattooti Yuuniverstii Gootummaan Simatan.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment