Barattooti Hedduu fi Barsiisotiin Lama Yuuniverstii Haromayaa Irraa Hidhaman.

Amajjii 11,216 ,Eda halkan irraa eegalee mooraa Yuuniverstii Haromayaa fi naannoo sanatti dhukaasi hedduu barattoota irratti banamuun mooraan Yuuniversitii lola guddaan kan weerarame fakkaata, barattooti hedduun sababaa kanaan reebamanii kaan qabamuun hidhaatti guuramaa jiru,doormiin keessa galan caccabee barattoota irraa qabeenya hedduutu loltoota Wayyaaneen samamee jira.

Haalli kun hammaatee barattoota hedduu fi barsiisotiin lama qabamanii hidhaatti geeffamanii jiu. Barsiisotiin haala kanaan qabaman keessaa.

  1. Barsiisaa  Ararsa Abera Deksisa, Barsiisaa Economics
  2. Barsiisaa Tariku Workineh Daksa, barsiisa Food Technology and processing.

Kanneen jedhamani dha.

2 thoughts on “Barattooti Hedduu fi Barsiisotiin Lama Yuuniverstii Haromayaa Irraa Hidhaman.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

  2. Pingback: Barattooti Hedduu fi Barsiisotiin Lama Yuuniverstii Haromayaa Irraa Hidhaman. | Dhaamsa Ogeettii

Leave a comment