Mudde 28,2015 FDG Yuuniversitii Wallaggaa Itti Fufe.

Mudde 28,2015 Naqamte

FDGn yeroo arfaffaaf itti fufuun Barattoonni Yuunibarsiitii Wallaggaa guyyaa har’aa  ganama irraa kaasanii fincila geggeessaniin Barattoonni hedduun humna waraanaan miidhamaniru

Yeroo ammaa kana Yuunibarsiitiin Wallaggaa hoomaa waraanaan kan goolamaa jirtu yeroo ta’u guyyaa har’aa kana hojjettoonni Yuunibarsiitii Wallaggaa hedduun barattoota isaanii wajjin miidhaan akka irra ga’es beekameera.

1 thought on “Mudde 28,2015 FDG Yuuniversitii Wallaggaa Itti Fufe.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment