Warraaqsii FDG Kaaba shaggar Godina Salaaleetti Jabaachuun itti Fufe!

Mudde23/2015 Uummatni Oromoo Godina Kaabaa Shaaggar Aanaa Abootee fi Dagaam daandii konkolaataa bakkoota hedduutti cufuun poolisiin federaalaa fi waraanni Agaazii akka uummata baadiyyaa keessa fiiguun uummata hin hiraarsinee dhorkan .haalli sochii uummataa kun daran itti hammachaa waan dhufeef ammas mootummaan wayyaanee human dabalataa Fiichee irraa gara Abootee fi Dagamitti dabalaa jiraachuu madden ibsan.

1 thought on “Warraaqsii FDG Kaaba shaggar Godina Salaaleetti Jabaachuun itti Fufe!

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment