Lixa Shaggar Daandiin Gudarii Gara Geedootti Geessuu Bakkoota Hedduutti Cufamee Ummanni Wayyaanota of Keessaa Arihaa Jiraachun Beekame.

Har’a Mudde10,2015 Godina Lixa Shaggar Aanaa Calliyaa Magaalaa Geedoo fi Baabbichaatti Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa FDG jabaatee itti fufuun, Daandiin Gudarii Gara Geedootti Geessuu Bakkoota hedduutti Cufamee jira.bifa adda ta’een immoo Magaalaa Baabbichaa irratti
Uummatni Fi Dargaggootni Goomaa konkolaataa Daandii Konkolaataa Magaalaa Maabbichaa Keessa darbuun Geedootti Geessuu irratti Guuruun
Ibiddaan itti qabsiisuun daandiin konkolaataa Citee jira, Magaalaa Geedootti uummaatni fi Qeerroon dargaggootni barattootni Oromoo
hiriiraa Mormii guddaa gaggeessuuf akkuma bahanitti Waraanni irratti bobbafamee Yeroo Ammaa dhukaasni Guddaan uummatarratti baname
jira…… Gabaasaan Itti fufa

1 thought on “Lixa Shaggar Daandiin Gudarii Gara Geedootti Geessuu Bakkoota Hedduutti Cufamee Ummanni Wayyaanota of Keessaa Arihaa Jiraachun Beekame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment