Gootonni Barattooti Oromoo Yuniverstii Rift Valley Kaampaasiin Shaashammannee Diddaa Sirna Wayyaanee Gaggeessaa Jiru.

q9Mudde 8,2015 Gootonni barattooti Oromoo Yuuniversitii Reft Vally warraaqsa Bilisummaa qabsiisaniin sirna gabroomfataa mootummaa Wayyaanee balaaleffataa jiru,gaaffii mirga abbaa biyyummaa fi mormii maaster plaanii Finfinnee jabeessanii kan itti fufan yeroo ta’u barattoota hidhamani akka gadhifamanii fi kanneen rasaasaan rukutamanis warri loltoota Wayyaanee kana taasisan seeraan akka gaafataman gaaffii kaasan keessa jira.Kana malees walleelee warraaqsaan diddaa isaanii dhageessifataa jiru.

1 thought on “Gootonni Barattooti Oromoo Yuniverstii Rift Valley Kaampaasiin Shaashammannee Diddaa Sirna Wayyaanee Gaggeessaa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment