Guyyaa Har’aa Gootonni Barattooti Oromoo Godina Horroo Guduruu Magaalaa Kombolchaa Falmaa Cimsuun Waraana Wayyaanee Dura Dhaabbatan.

Muddee 02, 2015 Guduru.

Godina Horroo Guduruu Aanaa Guduruu Magaalaa Kombolchatti Goototni Qeerroon Barattootni Oromoo M/B Kombolchaa Sadarkaa 2ffaa fi Qophaa’ina Warraaqsaa FDG Golee Oromiyaa keessatti Finiinaa jiru daran Jabeessuun guyyaa har’a FDG dhoosuun  Waraana Wayyaanee Horroo Irra qubatee jiruun wal dura dhaabachuun qabsoo finiinsan.Qeerroo Kai

1 thought on “Guyyaa Har’aa Gootonni Barattooti Oromoo Godina Horroo Guduruu Magaalaa Kombolchaa Falmaa Cimsuun Waraana Wayyaanee Dura Dhaabbatan.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment