SBO Caamsaa 20,2015. Oduu, Filannoo wayyaanee irratti Ibsa ABO, Beeksisoota SBO fi Gaaffii fi deebii Inispecter Abdallaa Qaasim kutaa lammataa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

2 thoughts on “SBO Caamsaa 20,2015. Oduu, Filannoo wayyaanee irratti Ibsa ABO, Beeksisoota SBO fi Gaaffii fi deebii Inispecter Abdallaa Qaasim kutaa lammataa fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

  1. Pingback: Oromian Voices: Culture, Current Affairs, News, Views & Analysis | The Oromian Economist

  2. WOB Abdii Bilisumaa kabajaaf jaalaalii oromo siif qabu siif haa tahu .
    Jajabinaa keef ilmaan oromo ta dhalatee lafaa jirtuuf ta amma booda dhalatulee waan WOB jalqabee fixaan akka getuu gotumaa ilmaan oromo harka duwaa dida afoo dhabataa jirtuu irra mirkanefachuu ni dabda’ama garuu
    Gotoni baratotaa oromo ka dini fixaa jiru Goticha oromo ka woggootaa heduuf Osoo dinaaf harka hin keninee diree irrati beelaaf aduudhaan gubataa jiru WOB waan ofii dudubatii bekaniif dhigaa baratoota oromo namni jafaluu danda’uu WOB fi Umataa Oromo Guutuu qofa akka tahe bekamaadha.

    Injifaanoo Ka Uumataa Oromooti

Leave a comment